Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/12/12.txt

1 line
283 B
Plaintext

\v 12 Guyyaa itti fufus hoomaan namootaa gara ayyaanichaa dhufan isaaniis yammuu Iyyasuus gara Iyyaruusaaleem dhufaa jiru dhaga'an. \v 13 Meexii qabatanii isa simachuuf ba'anii sagalee guddaan akkana jedhan 'Hoosaa'inaa! Kan maqaa Gooftaatiin dhufu eebifamaadha! Mooticha Israa'eel.'