Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/12/04.txt

1 line
384 B
Plaintext

\v 4 Hordoftoota isaa keessaa isa tokkodha, Yihuudaa Asqoorot isaa dabarsee isa kennuuf jiruu akkana jedhe. \v 5 Urgooftuun kun maaliif diinaara dhibba sadiitti gurguramee hiyyeeyyiif hin kennamne? \v 6 Akkana kana jedheef hiyyeeyyootiif yaadee otoo hin ta'iin sababa hatuu ta'eef dha. Korojoonis harka isaa jira turee, qarshii walitti qabamu keessaa ofii isaatii itti fayyadama ture.