Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/12/01.txt

1 line
505 B
Plaintext

\c 12 \v 1 dura guyyaa ja'affaatti Iyyasuus gara Biitaaniyaa, bakka Alaazaar inni Iyyasuus du'aa kaasee ture dhufe. \v 2 achitti irbaata isaaf hojjatan, Maartaanis ni tajaajiltii turte, Alaazaar garu warra isaan isa waliin gara mijaala irbaataatti marsanii ta'aani keessaa isa tokko ture. \v 3 sana Maariyaam urgooftuu naardiis litira tokko kan gattin isaa mi'aa (guddaa) ta'e fuutee miila Iyyasuus ittiin dibdee rifeensa mataa ishiitiinis miila isaa haaxoofte, Manichis urgaa urgooftuu sanaatiin guutame.