Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/56.txt

1 line
302 B
Plaintext

\v 56 Isaanis Iyyasuus barbaadaa turan, mana qulqullumma keessaas dhabatanii 'isin maal yaaduu? Inni gara ayyana kana hin dhufuu? waliin jedhan. \v 57 Lubootni hangafootnii fi Fariisotni garu Iyyasuus qabuuf jedhanii namni kamiyyuu bakka inni jiru beeka yoo jiraate akka isaaniif gabaasuu ajaja kennan.