Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/51.txt

1 line
350 B
Plaintext

\v 51 Innis bara sana waan luba ol-aanaa ta'eef akka Iyyasuus sabaaf du'uu qaba jedhee raajii dubbachuu isaatii malee ofii isaa keessaa miti. \v 52 qofaa otoo hin taane akka ilmaan Waaqayyoo kaneen bittinaa'aan bakka tokkotti walitti qabannaniifis malee. \v 53 Kanaafuu guyyaa sanarraa jalqabee akkamitti akka isaan isa ajjeesuu danda'an karoorfatan.