Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/49.txt

1 line
238 B
Plaintext

\v 49 Akkamuma haa ta'uu isaan keessaa namni Qayyaafa jedhamu kan waggaa sanatti Luba ol aannaa ta'ee ture, isaanin 'isin waanti beektan homaa hin jiru. \v 50 Sabni hunduu baduurra namni tokko namootaaf du'uun akka wayyu isin hin hubanne.