Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/47.txt

1 line
274 B
Plaintext

\v 47 Kanaafuu Lubbootni Hangafootnii fi Fariisootni wal gayi gumii walitti qabuun akkana jedhan 'Maal gochuu qabnaa? Namni kun mallattoo baay'ee godhaa. \v 48 Yoo akkasumaan isa dhiifne namni hundi isatti amana, warri Roomees dhufanii bakka fi saba keenya lachanuu fudhatu.