Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/41.txt

1 line
284 B
Plaintext

\v 41 Kanaafuu awaalicharraa dhagicha kaasan. Iyyasuus ol ilaalee akkana jedhe 'yaa Abbaa waan na dhageessuuf sin galateeffadha. \v 42 Akka ati yeroo hundumaa na dhageessuus nan beeka, garuu akka namootiin as dhabatan kunii akka ati na ergite amananiif isaaniif jedheen kana dubbadha.