Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/38.txt

1 line
369 B
Plaintext

\v 38 Iyyasuus ammas gada keessa senuun gara awwaalichaa deeme innis holqa ture, balballi bolichaas dhagaadhaan cufamee ture. \v 39 Iyyasuusis, 'dhagaa irraa kaasaa' jedheen. Maartaan obboleetiin Alaazaar isa du'e 'yaa Gooftaa erga du'ee guyyota afur waan ta'eef foolii qaba' jetteen. \v 40 Iyyasuusis 'yoo amante akka ulfina Waaqayyoo argitu sitti hin himnee' jedheen.