Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/33.txt

1 line
262 B
Plaintext

\v 33 Iyyasuusis boo'uu ishii, Yihuudootni ishii waliin dhufanis boo'uu isaanii argeet hafuura isaatiin gadda keessa gale, ni dhiphate. \v 34 eessa isa keessan?' jedheen isaan gaafate. Isaanis 'yaa Gooftaa kootuutii ilaali' jedhaniin. \v 35 Iyyasuusis ni boo'ee.