Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/27.txt

1 line
340 B
Plaintext

\v 27 Ishiin jedhe. Ishiinis 'Gooftaa, eeyee akka ati Ilman Waaqayyoo nama isa gara addunyaa dhufuu taate nan amana' jetteen. \v 28 erga waan kana jetteenii booda, gara obboleetti ishi deemtee kophaatti Maariyaam ofti waamuun akkana jetteen 'Barsiisaan asi jira, si waamas' jetteen. \v 29 yammee kana dhageesu dafte kaatee gara isaa deemte.