Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/15.txt

1 line
282 B
Plaintext

\v 15 Ani waa'ee keessaniif nan gamada akka isin amantaniif sababan achii hin taaneef, ammma ka'aa gara isaa haa deemnu.' \v 16 Toomaas inni Didiimoos jedhamuun waamamu hordoftoota isaan isa duukaa bu'aniin akkana jedheen 'nutis akkuma isa waliin duunuuf waliin haa deemnu' jedheen.