Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/10.txt

1 line
249 B
Plaintext

\v 10 Maalumaa haa ta'uu, inni halkaniin deema yoo ta'e, ni gufatu, sababa ifti isa keessa hin jirreefi dha.' \v 11 Innis waantota kana dubbatee, itti fufuunis 'Jaalalleen keenya Alaazaar rafeera, ani garuu achin deema yoos rafaatiirraan isa kaasa.'