Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/08.txt

1 line
301 B
Plaintext

\v 8 Hordoftootni isaas 'Rabbii |barsiisa| Yihuudootni dhiyeenya kana dhagaadhaan si dha'uu yaalaa jiran, ati achuma deebitee deemtaa' jedhaniin. \v 9 isaanii 'guyyaan tokko keessa sa'aatii kudha lama ifa ta'a miti? jedhee deebiseef. Namni guyyaan deemu waan ifa aduunyaa kanaatiin arguufi hin gufatu.