Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/03.txt

1 line
266 B
Plaintext

\v 3 Kanaaf obboleettoni isaa 'yaa Gooftaa namni ati jaalatu suun kunoo dhukkubsataa jira' jedhanii Iyyasuusitti ergan. \v 4 Iyyasuus yammuu waan kana dhaga'eet 'dhukkubni kunbakka Ilma Waaqayyoo ittiin ulfaatuufi ulfina Waaqayyootiif dhufe malee du'aaf miti' jedhe.