Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/39.txt

1 line
422 B
Plaintext

\v 39 Iyyasuusis 'warri jaamaan akka arganiif warri argan immoo akka jaamaniif murtii keennuuf gara addunyaa kanaa dhufeera' jedheen. \v 40 Fariisota keessaa muraasni warri isa wajjin turan tokko tokko waan kana jechuu isaa dhageenyaan 'nutis immoo jaamotaa dha? jedhanii gaafatan. \v 41 Iyyasuusis 'otoo jaamota taatanii cuubbuu hin qabdan turtan, isin garuu waan hin argina jettaniif cubbuun keessan ni jiraata' jedheen.