Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/35.txt

1 line
335 B
Plaintext

\v 35 35Iyyasuus akka isaan mana sagadaatii gad baasan dhaga'ee yammuuisa argu 'Ati Ilma Namaatti ni amantaa? jedheen. \v 36 deebise 'Gooftaa, inni eenyuu dha, akkan ani isatti amanuu?' jedheen. \v 37 Iyyasuusis 'Ati amma isa argitee jirta, inni si waliin haasa'aa jiru isaa dha' jedheen. \v 38 'yaa Gooftaa nan amana' jedhee sagadeef.