Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/30.txt

1 line
256 B
Plaintext

\v 30 Namichis deebise akkana isaaniin jedhe 'Inni eessaa akka dhufe beekuu dhabuun keessan waan nama dinqu dha, kan ija kiyya naaf bane garuu isaa. \v 31 nama Isa waaqeffatuufi nama fedhii Isaa hojjatu malee, akka isaan cubbamoota hin dhageenye ni beekna.