Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/26.txt

1 line
440 B
Plaintext

\v 26 Isaanis 'maal sii godhe? akkamitti ija kee bane? jedhaniin. \v 27 Innis 'Ani mee isinitti himeen jiraa, isinimmoo hin dhageenyee, amma maaliff deebiftanii dhaga'uu barbaadu? Hordoftoota isaa ta'uufis hin barbaadani moo, barbaaduu? jedheen.\v \v 28 Isaanis akkana jechuun isa deebisan 'Ati hordofaa isaati, nuti garuu hordoftoota Museeti. \v 29 akka Waaqayyo Museetti dubbate ni beekna, namni kun eessaa akka dhufe garuu hin beeknu.