Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/22.txt

1 line
304 B
Plaintext

\v 22 Abbafi Haatii isaa waantota kana kan jedhaniif sabba Yihuudota sofaataniifi. Namni kamiyyuu Iyyasuus inni Masiihii dha jedhee yoo dubbate akka mana sagadaatii ari'atamu Yihuudotni duraan dursanii waan murteessaniidhaafi. \v 23 Kanaafu abbaa fi haati isaa inni nama ga'eessa isuma gaafadhaa jedhan.