Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/19.txt

1 line
455 B
Plaintext

\v 19 Isaanis 'inni kun ilma keessan isa isin jaamaa ta'eet dhalate jettan sanaadha? Yoos amma akkamitti arguu danda'eree?'jedhanii gaafatan. \v 20 Kanaafuu abbaa fi haatii isaa 'Akka inni ilma keenya ta'e fi akka jaamaa ta'ee dhalates ni beekna. \v 21 Garuu amma akkamitti akka arguu danda'eefi eenyu ija isa akka baneef, nuti hin beeknu, Inni nama ga'eessa waan ta'eef isa gaafadha, inni waa'ee ofiisaatii dubbachuu ni danda'a.' jedhanii deebisaniif.