Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/08.txt

1 line
255 B
Plaintext

\v 8 Ennasuma olloonni fi namoonni duraan otoo inni kadhatuu isa argan, 'namni kun isuma taa'ee kadhataa ture sanaadhaa mitu? jedhan. \v 9 Muraasnis 'Ini isaa dha' jedhan. Kaan immoo 'miti, garuu inni isa fakkaata' jedhan. Garuu inni 'Inni ana dha' jedhe.