Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/03.txt

1 line
339 B
Plaintext

\v 3 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' \v 4 Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. \v 5 Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati'