Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/50.txt

1 line
344 B
Plaintext

\v 50 Niiqoodimoos (Fariisota keessaa inni tokko, kan kanaan dura isa bira dhufee ture) akkana isaaniin jedhe, \v 51 'seerri keenya otoo isarraa hin dhaga'iin yookiin waan inni godhu otoo hin beekiiniin dura nama tokkotti murteessa? \v 52 Isaanis 'ati nama Galiilaatii? 'akka Raajaan Galiilaa keessaa hin kaane qoradhuu irra ga'i' jedhaniin.