Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/40.txt

1 line
330 B
Plaintext

\v 40 Namoota sana keessa muraasni yammuu dubbii kana dhaga'an 'kun dhugummatuu raajicha' jedhan. \v 41 Isaan kaan immoo 'inni kiristoos' jedhan. Namootni kaanis 'Kiristoos Galiilaadhaa dhufaa?' jedhan. \v 42 Akka Kiristoos sanyii Daawit keessaa dhalatuufi akka inni magaala Daawit Beetaliheemii dhufu kitaabni ni dhubata mitii?