Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/37.txt

1 line
254 B
Plaintext

\v 37 Amma guyyaa ayyanicha isa guddaafi isa dhumaa irratti Iyyasuus ka'ee dhaabachuun sagalee guddaadhaan akkana jedhe 'namni kamiyyu yoo dheebote gara koo dhufe haa dhugu. \v 38 Inni kan anatti amanu hundi bishaan jireenyaatu garaa isaa keessaa burqa.