Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/35.txt

2 lines
360 B
Plaintext

\v 35 ofumasaaniitiin akkana waliin jedha 'namni kun akka nuti isa arguu hin dandeenyeef eessa dhaqaa? Gara saba warra Giriikota keessa fafaca'anii deemee Giriikota barsiisuu barbaadeemoo?
\v 36 Dubbiin kun kan inni jedhu maaliidha? 'Isin na barbaadu garu na argu hin dandeessan, bakka ani jirus dhufu hin dandeessan jechuun isaa maal jechuu isaati' jedhan.