Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/30.txt

1 line
466 B
Plaintext

\v 30 Isaaniis isa qabuuf yaalan, garuu yeroon isaa waan hin geenyeef namni tokkollee herka isaa irra diriirsee qabuu hin dandeenye. \v 31 Ta'uus namootni baay'een isatti amanan isaanis akkan jedhan 'Yammuu Kiristoos dhufu mallattoo namni kun agarsiise caala agarsiisa laata?' jedha. \v 32 Fariisootnis otoo namoonnii waantoota kanneen waa'ee Iyyasuus amatanuu dhaga'an. Luboonni hangafootniifi Fariisotni akka Iyyasuus qabanii eegdota mana qulqullina isatti erga.