Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/28.txt

1 line
308 B
Plaintext

\v 28 Yammuus Iyyasuus otoo mana qulqullinaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe 'Isin hundi na beektu, akkan eessaa dhufes na beektu. Ani ofii kootiin hin dhufne, garuu isa inni na erge dhugaa dha, isiinis isa hin beektan. \v 29 Sababani inni na erge isa biraa dhufeef ani isa nan beeka.