Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/25.txt

1 line
379 B
Plaintext

\v 25 7 Namootni muraasni Iyyarusaaleemii akkana jedhan 'Inni kun nama isaan ajjeesuuf barbaadanii dha miti?' \v 26 Kinoo inni addabaayitti dubbata, isaaniis homaa isaan hin jenne. Abboonii seeraas bakka inni Kirisoos ta'e nuti ni beekniiruu laata? \v 27 namni nama eessaa akka ta'e nuti ni beekna. Yammuu Kiristoos dhufu garuu inni eessaa akka dhufu namni tokkollee hin beeku.