Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/17.txt

1 line
314 B
Plaintext

\v 17 Namni feedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu hundi waa'e barsiisni kun Waaqayyoo biraa dhufuu fi yookin ani ofuma koottiin irraa ta'uu ni beeka. \v 18 Namni ofumarraa dubbatu kamiyyuu inni ofuma isaatii ulfina barbaada, namni ulfina isa erge sanaa barbaada, namni sunis dhugaa dha, sobni isa keessa hin jiru.