Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/12.txt

1 line
270 B
Plaintext

\v 12 Namoota jidduuttis waa'ee isaa marii baay'ee ture, namootni tokko tokko 'inni nama gaarii dha' jedhuu. Isaan kaan immoo 'akkas miti inni karaa irraa nama jallisa jedhan. \v 13 Garuu waan Yihuudoota sodaataniif namni tokkollee waa'ee isaa muldhinatti hin dubbanne.