Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/10.txt

1 line
224 B
Plaintext

\v 10 Garuu erga obboloonni isaa gara ayyanichaatti ol deemanii booda innis muldhachaa otoo hin ta'in dhoksaadhaan ol deeme. \v 11 Yihuudonnis ayyanicha irratti 'namni sun eessa jira?' jechuun gaafachaa isa barbaadaa turan.