Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/05.txt

1 line
275 B
Plaintext

\v 5 Obboloonii isaallee isatti hin amanan turan. \v 6 Kanaafuu Iyyasuus akkana isaaniin jedhe 'yeroon koo amalle hin geenye, isiinif garuu yeroon hundi mijataadha. \v 7 Addunyaan isin jibbuu hin danda'u, garu sababan hojjiin isaanii akka badaa ta'e dhugoomsuuf ana ni jibu.