Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/07/01.txt

1 line
198 B
Plaintext

\c 7 \v 1 kanaan booda Iyyasuus sabab Yihuudonni isa ajjeesuuf barbaadanii, Galiilaa keessa dedeebi'a ture, Yihuudaa keessa hin dedeebi'uu ture. \v 2 Amma ayyaanii daasii Yihuudotaa dhiyaatee ture.