Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/70.txt

1 line
273 B
Plaintext

\v 70 Iyyasuusiis akkana isaaniin jedhe.' Ani kudha lamaan keessanuu kanin isin filadhe mitii? Isin keessaa garu tokko Dabiloos.' \v 71 Innis amma waa'ee Yihuudaa ilma Simi'oon Asqoroo dubbata ture, innis warra kudha lamaan keessa tokko isa Iyyasuus dabarsee kennuuf jiru.