Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/66.txt

1 line
396 B
Plaintext

\v 66 Sababa kanaaf hordoftoota isaa keessaa baay'een gara dubatti deebi'an, kana boodas isa waliin hin deemne. \v 67 Akkasumaan Iyyasuus warra kudha lamaatiin 'Isiniis deemuu barbaaduu?' jedheen. \v 68 Simi'oon Pheexiroosis akkana jechuun deebiseef 'yaa Gooftaa gara eenyuu deemnaa? ati dubbii jireenya barabaraa qabda. \v 69 Nuti akka ati Qulqullu kan Waaqayyoo taate ni amanne, ni beeknas.