Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/60.txt

1 line
280 B
Plaintext

\v 60 Hordoftoota isaa keessaa baay'een yammuu waan kana dhaga'an akkana jedhan 'barnoonni kun cimaadha, eenyutuu dhaga'uu danda'a? \v 61 Iyyasuus sababa ofuma isaa keessatti akka hordoftootni isaa waan kana irratti guunguman beekeef akkan isaaniin jedhe 'kun isin dallansiisaa?'