Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/57.txt

1 line
436 B
Plaintext

\v 57 Akkuma Abbaan jiraataan na erga, akkasuma anis sababbi Abbaatiin jiraadhu, namni na nyaatu enyumtuu akkasuma sababbii kootiin ni jiraata. \v 58 Biddeenni samii irraa bu'e isa kana dha, innis akka mannaa isa Abbotiin keessan nyaatannii du'an sana moti; namni biddeena kana nyaatu garuu barabaraan ni jiraatan. \v 59 Garuu Iyyasuus waantota kana kan dubbatee Qifirnaahoom mana sagadaa Siinaagog keessatti otoo barsiisa jiruu ture.