Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/54.txt

1 line
289 B
Plaintext

\v 54 Namni foon koo nyaatuufi dhiga koo dhugu enyumtuu inni jireenya barabaraa qaba; Anis gaaf guyyaa dhumaa isaa kaasa. \v 55 Foon koo nyaata dhugaa, dhiigni koos dhugaatii dhugaati. \v 56 Namni Foon koo nyaatuufi dhiiga koo dhugu eenyumtu na keessa jiraata, anis isa keessan jiraadha.