Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/52.txt

1 line
307 B
Plaintext

\v 52 Akkasuma Yihuudoonis 'Namichi kun akkamitti foon isaa akka nyaatuuf nuu kennuu danda'a?' jechuun dallanuufi wal-mormuu jalqaban. \v 53 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'Dhugaa, dhugaa isin foon Ilma Namaa yoo nyaatanifi dhiiga isaas yoo dhugdan malee ofii keessaniin jireenya qabaachuu hin dandeessan