Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/50.txt

1 line
267 B
Plaintext

\v 50 Bideenni samii irraa gad bu'e isa kana dha, namni isa nyaatuua hin du'u. \v 51 Biddeenni jireenyaa inni samii irraa bu'e ana dha. Namni kamiyyuu yoo biddeena kana nyaatee barabaraan ni jiraata Biddeenni ani akka addunyaa dhaaf jireenya ta'uu kennu foon koori.'