\v 46 Isa Waaqayyo biraa dhufe sana malee namni kamiyyuu Abbaa hin argine. Isa qofatuu Abbaa arge. \v 47 Dhugaa, dhugaa kan amanu hundi jireenya barabaraa qaba.