Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/35.txt

1 line
285 B
Plaintext

\v 35 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'biddeenni jireenya anaadha, namni gara koo dhufe gonkumaa hin beela'u, kan anatti amanuus gonkumaa hin dheebotu. \v 36 Garuu akkaman isinitti hime na argitaniiyyuu hin amanatan. \v 37 Abbaan ka naa kenne hunduu garabalaatti of irraa hin aru'u.