Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/26.txt

1 line
357 B
Plaintext

\v 26 Iyyasuusis akkana jechuun deebiseef 'dhugaa dhugaa isiniin jedha isin kan na barbaaddaniif sababa mallattoo argitaniif otoo hin taane, garuu sababa biddeena nyaataanii quuftaniifi. \v 27 Nyaata baduuf hin hojjatina, nyaata jireenya barabaraatiif jiraatu kan Ilma Namaa isiniif kennuuf hojjadhaa malee, kanaafis Waaqni Abbaa isaa irratti chaappeseera.