Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/24.txt

2 lines
320 B
Plaintext

\v 24 Yammuu kana namootnii akka Iyyasuusii fi hordoftootni isaa achi hin jirre yammuu qoratanii baratan isaanumtii ofii isaaniitiin bidiruuwwan yaabbatanii Iyyasuus barbaacha gara Qifrinaahiom deeman.
\v 25 Isaanis erga galaanicha gamatti isa arganii booda 'Rabbi (barsiisaa) yoom asi dhuftee?' jedhanii isa gaafatan.