Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/22.txt

1 line
379 B
Plaintext

\v 22 Guyyaa itti aanutti namoonni galaanicha gamatti hafan akka bidiruun tokko qofti achi turte male kan biroo akka achi hin jire argan, qkka hordoftootni isaa qofti kophaa isaanii ce'an male, akka Iyyasuus isaan waliin hin yaabadne beekan. \v 23 Haa ta'u malee bidiruuwwan muraasni Xibriiyaadoosii ka'anii gara bakka Goftaan galata kenneefi isaanis biddeena itti nyaatan ture.