Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/19.txt

1 line
325 B
Plaintext

\v 19 kiiloo meetira shan yookiin ja'a kan ta'u erga bidiruudhaan deemanii booda otoo Iyyasuus galaana irra deemaa gara bidiruutii dhiyaatu arganii sodaatan. \v 20 Innis garu 'Inni Anaa! Hin sodaatinaa' jedheen. \v 21 Isaanis gara bidiruu keessatti isa fudhachuu barbaadan, battalumatti bidirichis gara bakka deemanii gahe.