Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/13.txt

1 line
364 B
Plaintext

\v 13 Isaaniis hurraa'aa biddeena garbuu shanii isa hafe sana Zanbiila kudha lama guutuu walitti qaban. \v 14 sana namooni mallattoo Iyyasuus taasise arganii 'kuni dhugaadhummaan raajaa gara addunyaa kana dhufuf jiru 'jedhan. \v 15 Iyyasuus akka namootni dhufanii humnaan mootii isa gochuuf yaalan hubatee achii gad-lakkisee qophaa isaa debi'ee gaaratti olba'e.