Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/10.txt

1 line
447 B
Plaintext

\v 10 Iyyasuusis 'namoota akka taa'an godhaa' jedheen. Bakka sanas margi baay'inaan jira ture, kanaafuu namoonnis ni tataa'an, lakkoofsi isaaniis dhiirri gara kuma shanii ture. \v 11 Iyyasuusis biddeena sana fuudhee erga galateesse booda warra taa'an sanaa hanga isaan barbaadan hire, qurxummis akkasuma godhe. \v 12 Erga namoonni quffanii booda innis hordoftoota isaatiin. 'Otoo waanti tokkollee hin hafiin hurraa'aa walitti sasaabaa ' jedheen.